Adama, Oromiyaa, Itoophiyaa
Maatii Aalam Media Ta'i
Aalam Media Logo
AALAM MEDIA
"Addunyaa Islaamummaan Miidhagde."
Gara Fuula Duraatti
AALAM MEDIA STANDARDS

Advertisement Policy (Heera Beeksisaa)

Heera fi qajeelfama beeksisa fudhachuu.

1

Beeksisni kamiyyuu heera fi safuu Islaamaa kan hin sarbinee fi daldala haqa qabeessa ta'uu qaba.

2

Beeksisni maxxanfamu hundi barruulee oduutiin adda bahee mallattoo "Beeksisa / Sponsored" qabaata.